-
Lakkoofsa 20:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Maaloo, biyya kee keessa akka darbinu nuuf heyyami. Nuti maasii midhaanii yookiin maasii wayinii kam iyyuu keessa hin darbinu; boolla bishaanii kam iyyuu keessaa bishaan hin dhugnu. Hamma biyya kee keessaa baanutti gara mirgaattis taʼe gara bitaatti utuu hin garagalin Daandii Mootichaa qabannee deemna.’”+
-