Baʼuu 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Hin ejjin.+ 1 Qorontos 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+ Ibroota 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+
18 Halalummaa* irraa baqadhaa!+ Cubbuu kan biraan namni tokko hojjetu hundi qaama isaatii alatti dha; namni halalummaa raawwachuu amaleeffate garuu qaama ofii isaa irratti cubbuu hojjeta.+
4 Gaaʼelli hundumaa biratti kabajamaa haa taʼu, ciisichi gaaʼelaas qulqulluu haa taʼu;+ sababiin isaas, Waaqayyo namoota halalee* fi ejjitoota taʼanitti ni murteessa.+