1 Saamuʼel 28:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Filisxeemonni walitti qabamanii dhaqanii Shunaam+ keessa buufatan. Saaʼolis Israaʼelota hundumaa walitti qabe; isaanis Gilboʼaa+ keessa buufatan. 1 Mootota 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaanis guutummaa naannoo Israaʼel keessaa shamarree bareedduu barbaadanii Abishaag+ Shunaamittii+ argatan; gara mootichaattis ishii fidan. 2 Mootota 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gaaf tokko Eelsaaʼi gara Shunaam+ ni dhaqe; dubartiin beekamtuun tokkos achi jirti turte; ishiinis ishii biraa nyaata akka nyaatu isa kadhatte.+ Innis yeroo achiin darbu hundatti, nyaata nyaachuuf achitti gora ture.
4 Filisxeemonni walitti qabamanii dhaqanii Shunaam+ keessa buufatan. Saaʼolis Israaʼelota hundumaa walitti qabe; isaanis Gilboʼaa+ keessa buufatan.
3 Isaanis guutummaa naannoo Israaʼel keessaa shamarree bareedduu barbaadanii Abishaag+ Shunaamittii+ argatan; gara mootichaattis ishii fidan.
8 Gaaf tokko Eelsaaʼi gara Shunaam+ ni dhaqe; dubartiin beekamtuun tokkos achi jirti turte; ishiinis ishii biraa nyaata akka nyaatu isa kadhatte.+ Innis yeroo achiin darbu hundatti, nyaata nyaachuuf achitti gora ture.