1 Seenaa Baraa 29:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Daawit Mootichi yeroo kanatti guutummaa gumichaatiin akkana jedhe: “Ilmi koo Solomoon inni Waaqayyo filate,+ ijoollee dha, muuxannoos hin qabu;*+ hojichi immoo cimaa dha; sababiin isaas manni qulqullummaa* kun kan ijaaramu namaaf utuu hin taʼin Yihowaadhaafi.+ Ermiyaas 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ani garuu, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa! Daaʼima* waanan taʼeef,+ akkamitti akkan dubbadhu hin beeku”+ nan jedhe.
29 Daawit Mootichi yeroo kanatti guutummaa gumichaatiin akkana jedhe: “Ilmi koo Solomoon inni Waaqayyo filate,+ ijoollee dha, muuxannoos hin qabu;*+ hojichi immoo cimaa dha; sababiin isaas manni qulqullummaa* kun kan ijaaramu namaaf utuu hin taʼin Yihowaadhaafi.+
6 Ani garuu, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa! Daaʼima* waanan taʼeef,+ akkamitti akkan dubbadhu hin beeku”+ nan jedhe.