1 Seenaa Baraa 6:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Azaariyaan Seraayaa+ dhalche; Seraayaan Yehozaadaaqiin+ dhalche. Izraa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+
7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+