-
Hojii Ergamootaa 4:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo kanatti Pheexiros hafuura qulqulluudhaan guutamee+ akkana isaaniin jedhe:
“Yaa bulchitootaa fi maanguddoota sabaa,
-
-
Hojii Ergamootaa 24:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Bulchaan biyyaa sun, akka inni dubbatu mataa isaa raasee mallattoo yommuu isaaf kennu, Phaawulos akkana jedhee deebise:
“Ati waggoota hedduudhaaf saba kanaaf abbaa murtii taʼuu kee akka gaariittan beeka; kanaafuu, falmii koo gammachuudhaanan si duratti dhiheeffadha.+
-
-
Hojii Ergamootaa 25:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, guyyaa itti aanutti Agriiphaa fi Berniiqeen ulfina guddaadhaan dhufanii ajajjoota kumaa fi namoota beekamoo magaalattii wajjin gara galma walgaʼiitti seenan; Feesxos yommuu ajajettis Phaawulosiin ol seensisan.
-
-
Hojii Ergamootaa 26:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Phaawulos garuu akkana jedhe: “Yaa Kabajamaa Feesxos, ani sammuu fayyaadhaan dubbii dhugaa dubbachaan jira malee hin maraanne.
-