Maatewos 12:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Achiis harka isaa gara barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi obboloonni koo warra kana!+ Ibroota 2:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, inni qulqulleessus taʼe, warri qulqullaaʼan+ hundi isa tokko keessaa maddan;+ kanaafuu, inni obboloota jedhee isaan waamuuf hin qaanaʼu;+
49 Achiis harka isaa gara barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi obboloonni koo warra kana!+
11 Sababiin isaas, inni qulqulleessus taʼe, warri qulqullaaʼan+ hundi isa tokko keessaa maddan;+ kanaafuu, inni obboloota jedhee isaan waamuuf hin qaanaʼu;+