-
Hojii Ergamootaa 28:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kana malees, isaan kennaa hedduu nuu kennanii akka nu kabajan argisiisan; yommuu dooniidhaan deemuuf kaanus wanta nu barbaachisu hunda nuu feʼan.
-
-
1 Tasalonqee 5:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ammas yaa obbolootaa, warra isin gidduutti jabaatanii hojjetanii fi karaa Gooftaa isin geggeessan, akkasumas isin gorsan akka kabajjan isin gaafanna;
-