Uumama 40:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Faraʼoon ajajjoota isaa lamaan, jechuunis ajajaa warra dhugaatii dhiheessanii fi ajajaa warra daabboo tolchanii sanatti akka malee aare;+ 3 achiis mana hidhaa mana ajajaa waardiyyootaa+ isa Yoseef itti hidhame+ sana keessa isaan galche.
2 Kanaafuu, Faraʼoon ajajjoota isaa lamaan, jechuunis ajajaa warra dhugaatii dhiheessanii fi ajajaa warra daabboo tolchanii sanatti akka malee aare;+ 3 achiis mana hidhaa mana ajajaa waardiyyootaa+ isa Yoseef itti hidhame+ sana keessa isaan galche.