Faarfannaa 105:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Nama tokko isaan dura ni erge,Innis Yoseef isa garbicha akka taʼuuf gurgurame sana dha.+ 18 Isaanis miila isaa hidhaa sibiilaatiin hidhan,*+Morma isaas sibiila gidduu galchan;* Hojii Ergamootaa 7:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+ 10 inni rakkina isaa hundumaa irraa isa oolche; Faraʼoon mootii Gibxii durattis ulfinaa fi ogummaa isaaf kenne. Mootichis, Gibxii fi guutummaa mana isaa akka bulchu isa muude.+
17 Nama tokko isaan dura ni erge,Innis Yoseef isa garbicha akka taʼuuf gurgurame sana dha.+ 18 Isaanis miila isaa hidhaa sibiilaatiin hidhan,*+Morma isaas sibiila gidduu galchan;* Hojii Ergamootaa 7:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+ 10 inni rakkina isaa hundumaa irraa isa oolche; Faraʼoon mootii Gibxii durattis ulfinaa fi ogummaa isaaf kenne. Mootichis, Gibxii fi guutummaa mana isaa akka bulchu isa muude.+
9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+ 10 inni rakkina isaa hundumaa irraa isa oolche; Faraʼoon mootii Gibxii durattis ulfinaa fi ogummaa isaaf kenne. Mootichis, Gibxii fi guutummaa mana isaa akka bulchu isa muude.+