-
Uumama 41:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Sana booda garuu waggoonni beelaa torba dhugumaan ni dhufu; quufni biyya Gibxii keessa ture hundis dhugumaan ni irraanfatama; beelichis biyyattii akka malee ni huba.+
-
-
Hojii Ergamootaa 7:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Haa taʼu malee, guutummaa biyya Gibxii fi Kanaʼaan keessatti beelli, eeyyee, rakkinni guddaan ni dhufe; abbootiin keenyas wanta nyaatan dhaban.+
-