Uumama 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haa taʼu malee, muka gaarii fi hamaa beeksisu irraa hin nyaatin; sababiin isaas, guyyaa isa irraa nyaattutti dhugumaan ni duuta.”+ Uumama 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+ Roomaa 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha;+ kennaan Waaqayyo kennu garuu, karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus+ jireenya bara baraa ti.+ 1 Qorontos 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Akkuma hundi isaanii karaa Addaam duʼan,+ hundi isaanii karaa Kiristoos ni jiraachifamu.+
17 Haa taʼu malee, muka gaarii fi hamaa beeksisu irraa hin nyaatin; sababiin isaas, guyyaa isa irraa nyaattutti dhugumaan ni duuta.”+
19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+
23 Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha;+ kennaan Waaqayyo kennu garuu, karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus+ jireenya bara baraa ti.+