-
Uumama 32:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Kana malees, ‘Kunoo, tajaajilaan kee Yaaqoobis nu duuba jira’ isaan jedhaa.” Inni akkana kan godhe, ‘Of dura kennaa isaaf erguudhaan yoon isa sossobadhe,+ sana booda yommuun isa argutti gaarummaadhaan na simachuu dandaʼa’ jedhee waan yaadeef ture.
-