Uumama 37:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yommuu daldaltoonni Miidiyaanota+ taʼan achiin darbanittis, isaan Yoseefiin boolla bishaanii sana keessaa baasanii meetii sheeqilii* 20n Ishmaaʼelotatti isa gurguran.+ Namoonni kunis Yoseefiin gara Gibxiitti fudhatan. Hojii Ergamootaa 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+
28 Yommuu daldaltoonni Miidiyaanota+ taʼan achiin darbanittis, isaan Yoseefiin boolla bishaanii sana keessaa baasanii meetii sheeqilii* 20n Ishmaaʼelotatti isa gurguran.+ Namoonni kunis Yoseefiin gara Gibxiitti fudhatan.
9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+