5 Sana booda ati Waaqa kee Yihowaa duratti akkana jetta: ‘Abbaan koo nama biyya Aaraam+ asii fi achi jooru ture; inni gara Gibxiitti gad buʼee+ nama biyya ormaa taʼee achi jiraate; maatiin isaas muraasa turan.+ Haa taʼu malee, inni achitti saba guddaa humna qabeessaa fi hedduu ni taʼe.+