Iyyoob 14:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+
14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+