-
Uumama 12:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kanaafuu, Abraam akkuma Yihowaan itti himetti ni deeme; Looxis isaa wajjin deeme. Abraam yommuu Kaaraan keessaa baʼee deemetti umuriin isaa waggaa 75 ture.+
-
-
Uumama 19:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Maleekonni lamaan sun gara galgalaa biyya Sodoom gaʼan; Looxis karra Sodoom bira taaʼaa ture. Loox yommuu isaan argu, isaan simachuuf kaʼe; adda isaatiinis lafatti gombifamee sagade.+
-