-
Ibroota 7:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Malkiseedeq mootiin Saalem inni luba Waaqa Hundaa Olii taʼe kun, yommuu Abrahaam mootota injifatee deebiʼu isa simatee isa eebbise;+ 2 Abrahaamis wantoota hundumaa irraa harka kudhan keessaa harka tokko isaaf kenne.* Hiikni maqaa isaa jalqaba, “Mootii Qajeelinaa,” akkasumas mootii Saalem, jechuunis “Mootii Nagaa” jechuu dha.
-