Uumama 17:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+ Uumama 22:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+
19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+
17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+