Uumama 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, Loox ol jedhee yommuu ilaalu, guutummaan koonyaa Yordaanos hamma Zoʼaaritti+ (Yihowaan Sodoomii fi Gomoraa balleessuu isaa dura) akka iddoo biqiltuu Yihowaa+ fi akka biyya Gibxiitti naannoo bishaan quufe taʼuu isaa ni arge.+
10 Kanaafuu, Loox ol jedhee yommuu ilaalu, guutummaan koonyaa Yordaanos hamma Zoʼaaritti+ (Yihowaan Sodoomii fi Gomoraa balleessuu isaa dura) akka iddoo biqiltuu Yihowaa+ fi akka biyya Gibxiitti naannoo bishaan quufe taʼuu isaa ni arge.+