-
Uumama 22:20-23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Sana booda akkana jedhamee Abrahaamitti himame: “Kunoo, Miilkaanis Naahor obboleessa keetiif+ ilmaan deesseetti; 21 isaanis ilma isaa isa angafaa Uuz, obboleessa isaa Buuz, abbaa Aaraam kan taʼe Qemuʼel, 22 Keseed, Hazoo, Pildaash, Yidlaafii fi Beetuʼeli.”+ 23 Beetuʼel Ribqaa+ dhalche. Miilkaan Naahor obboleessa Abrahaamiif ilmaan saddeettan kana ni deesse.
-