-
Uumama 2:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kana malees, Yihowaan kallattii bahaatiin Eedan keessatti iddoo biqiltuu ni dhaabe;+ namicha tolche sanas achi keessa kaaʼe.+ 9 Yihowaan muka ilaaluuf nama hawwatuu fi nyaachuuf gaarii taʼe hundumaa lafa irratti ni biqilche; kana malees iddoo biqiltuu sana gidduutti muka jireenyaa,+ akkasumas muka gaarii fi hamaa beeksisu+ ni biqilche.
-