2 Qorontos 11:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haa taʼu malee, akkuma bofichi haxxummaa isaatiin Hewaaniin gowwoomse,+ sammuun keessan karaa taʼe tokkoon mancaʼee amanamummaa fi qulqullummaa Kiristoosiif taʼu irraa ni garagala jedheen sodaadha.+ 1 Ximotewos 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kana malees, Addaam hin gowwoomfamne; guutummaatti kan gowwoomfamtee+ fi seera kan cabsite dubartittii dha. Yaaqoob 1:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, tokkoon tokkoon namaa yommuu hawwii ofii isaatiin harkifamuu fi gowwoomfamu qorama.+ 15 Achiis hawwiin erga guddatee* booda cubbuu dhala; cubbuun yommuu raawwatamu immoo duʼa geessisa.+
3 Haa taʼu malee, akkuma bofichi haxxummaa isaatiin Hewaaniin gowwoomse,+ sammuun keessan karaa taʼe tokkoon mancaʼee amanamummaa fi qulqullummaa Kiristoosiif taʼu irraa ni garagala jedheen sodaadha.+
14 Kana malees, Addaam hin gowwoomfamne; guutummaatti kan gowwoomfamtee+ fi seera kan cabsite dubartittii dha.
14 Haa taʼu malee, tokkoon tokkoon namaa yommuu hawwii ofii isaatiin harkifamuu fi gowwoomfamu qorama.+ 15 Achiis hawwiin erga guddatee* booda cubbuu dhala; cubbuun yommuu raawwatamu immoo duʼa geessisa.+