Uumama 24:67 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 67 Sana booda Yisihaaq dunkaana haadha isaa Saaraatti ishii galfate.+ Akka kanaan Ribqaa haadha manaa isaa godhate; jaalala ishiitiinis ni qabame;+ Yisihaaq gadda duʼa haadha isaa irraas ni jajjabaate.+
67 Sana booda Yisihaaq dunkaana haadha isaa Saaraatti ishii galfate.+ Akka kanaan Ribqaa haadha manaa isaa godhate; jaalala ishiitiinis ni qabame;+ Yisihaaq gadda duʼa haadha isaa irraas ni jajjabaate.+