Uumama 25:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte.
20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte.