-
Uumama 32:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Sana booda Yaaqoob akkana jedhe: “Waaqa abbaa kootii Abrahaamii fi Waaqa abbaa kootii Yisihaaq kan taate yaa Yihowaa, ati, ‘Gara biyya keettii fi gara firoottan keetti deebiʼi; anis sin eebbisa’ naan jetteetta;+ 10 Ani jaalala amanamaa fi amanamummaa isa ati tajaajilaa keetti argisiiste kana hundumaa argachuuf gaʼumsa hin qabu;+ Yordaanos kana kanan ceʼe ulee koo qofa qabadheeni; kunoo, amma garuu ani buufata lama taʼeera.+
-