Uumama 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture. Uumama 12:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Abraam hamma naannoo Sheekem+ isa mukeetii guguddaa Mooree+ biratti argamu bira gaʼutti, biyyattii keessa ni deeme. Yeroo sanatti Kanaʼaanonni biyyattii keessa jiru turan.
19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture.
6 Abraam hamma naannoo Sheekem+ isa mukeetii guguddaa Mooree+ biratti argamu bira gaʼutti, biyyattii keessa ni deeme. Yeroo sanatti Kanaʼaanonni biyyattii keessa jiru turan.