-
Baʼuu 28:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 “Foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa uffata dheeraa bifa roga afuriin dhaʼame tolchi; marata mataas quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa tolchi; akkasumas sabbata dhaʼame tolchi.+
40 “Kana malees, ulfinaa fi miidhagina akka isaaniif kennuuf,+ ilmaan Aaroniif uffatawwan, sabbatawwanii fi marata mataa ni tolchita.+
-