-
Baʼuu 4:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis Yihowaan, “Inni harka kee keessa jiru kun maali dha?” isaan jedhe. Innis, “Ulee dha” jedhee deebise. 3 Waaqayyos, “Ulicha lafatti darbadhu” isaan jedhe. Innis lafatti darbate; ulichis bofa taʼe;+ Museenis isa irraa baqate.
-