21 Aaronii fi ilmaan isaa dunkaana walgaʼii keessatti, golgaa Dhugaa Baatuu+ sana bira jiru irraa gara alaatti ibsaawwan sun galgalaa jalqabee hamma ganamaatti Yihowaa duratti+ akka ifan ni godhu. Kun Israaʼelonni guutummaa dhaloota isaanii keessatti akka raawwataniif dambii dhaabbataa ni taʼa.+