-
Baʼuu 29:45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Saba Israaʼel gidduu nan jiraadha; Waaqa isaaniis nan taʼa.+
-
-
Ibroota 9:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Haa taʼu malee, Kiristoos wantoota gaggaarii raawwatamaniif luba ol aanaa taʼee yeroo dhufe, dunkaana isa guddaa fi hunda caalutti, isa harkaan hin hojjetamne, jechuunis kan uumama kanaa hin taane keessa seene.
-