Baʼuu 31:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+ Baʼuu 36:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 “Bezaaliʼel, Oholiyaabii fi nama dandeettii* qabu hundumaa wajjin ni hojjeta; namoonni kun akkuma Yihowaan ajajetti hojii tajaajila qulqulluu hundumaa hojjechuu akka beekaniif Yihowaan ogummaa fi hubannaa isaaniif kenneera.”+
6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+
36 “Bezaaliʼel, Oholiyaabii fi nama dandeettii* qabu hundumaa wajjin ni hojjeta; namoonni kun akkuma Yihowaan ajajetti hojii tajaajila qulqulluu hundumaa hojjechuu akka beekaniif Yihowaan ogummaa fi hubannaa isaaniif kenneera.”+