Baʼuu 6:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Museen garuu, “Kunoo, Israaʼelonni illee ana hin dhageenye erga taʼee,+ Faraʼoon ana nama dubbachuuf rakkatu akkamitti dhagaʼuu dandaʼa ree?”+ jedhee Yihowaadhaaf deebise. Lakkoofsa 12:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Museen namoota lafa irra jiran hundumaa caalaa garraamii ture.*+ Ermiyaas 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ani garuu, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa! Daaʼima* waanan taʼeef,+ akkamitti akkan dubbadhu hin beeku”+ nan jedhe. Hojii Ergamootaa 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, Museen ogummaa warra Gibxii hunda ni barate. Dubbii fi gocha isaatiinis jabaa ni taʼe.+
12 Museen garuu, “Kunoo, Israaʼelonni illee ana hin dhageenye erga taʼee,+ Faraʼoon ana nama dubbachuuf rakkatu akkamitti dhagaʼuu dandaʼa ree?”+ jedhee Yihowaadhaaf deebise.
6 Ani garuu, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa! Daaʼima* waanan taʼeef,+ akkamitti akkan dubbadhu hin beeku”+ nan jedhe.