2 Seenaa Baraa 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kana malees, inni miʼawwan bishaanii dhiqannaadhaaf taʼan kudhan hojjetee, shan gara mirgaa, shan immoo gara bitaa kaaʼe.+ Isaan wantoota aarsaawwan gubamaniif oolan achi keessatti dhiqu turan.+ Galaanicha garuu lubootatu itti dhiqata ture.+
6 Kana malees, inni miʼawwan bishaanii dhiqannaadhaaf taʼan kudhan hojjetee, shan gara mirgaa, shan immoo gara bitaa kaaʼe.+ Isaan wantoota aarsaawwan gubamaniif oolan achi keessatti dhiqu turan.+ Galaanicha garuu lubootatu itti dhiqata ture.+