Baʼuu 35:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaa jaʼaaf hojiin hojjetamuu dandaʼa; guyyaan torbaffaan garuu isiniif qulqulluu fi sanbata Yihowaadhaaf guutummaatti itti boqotamu dha.+ Namni guyyaa kanatti hojii hojjetu kam iyyuu haa ajjeefamu.+ Lakkoofsa 15:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Israaʼelonni utuma lafa onaa keessa jiranii namni tokko guyyaa Sanbataatti utuu qoraan funaanuu argan.+ Lakkoofsa 15:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yihowaanis Museedhaan, “Namichi mamii tokko malee haa ajjeefamu;+ guutummaan yaaʼichaas buufatichaa alatti dhagaadhaan isa haa tumu”+ jedhe.
2 Guyyaa jaʼaaf hojiin hojjetamuu dandaʼa; guyyaan torbaffaan garuu isiniif qulqulluu fi sanbata Yihowaadhaaf guutummaatti itti boqotamu dha.+ Namni guyyaa kanatti hojii hojjetu kam iyyuu haa ajjeefamu.+
32 Israaʼelonni utuma lafa onaa keessa jiranii namni tokko guyyaa Sanbataatti utuu qoraan funaanuu argan.+
35 Yihowaanis Museedhaan, “Namichi mamii tokko malee haa ajjeefamu;+ guutummaan yaaʼichaas buufatichaa alatti dhagaadhaan isa haa tumu”+ jedhe.