-
Keessa Deebii 9:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Taʼuu baannaan garuu namoonni biyya ati keessaa nu baaste sanaa, “Yihowaan gara biyya isaaniif kennuuf kakatetti isaan galchuu hin dandeenye; inni waan isaan jibbeef lafa onaa keessatti isaan fixuuf asii isaan baase” jechuu dandaʼu.+
-