15 Namni lammii biyyattii yookiin namni biyya ormaa horii duʼee argame yookiin horii bineensi bosonaa ciccire nyaate kam iyyuu,+ uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaaniin dhiqachuu qaba; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa;+ sana booda inni qulqulluu ni taʼa.