-
Baʼuu 29:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 “Anaaf luboota taʼanii akka tajaajilan isaan qulqulleessuuf wanti ati gootu kana dha: Jibicha tokko, korbeeyyii hoolaa mudaa hin qabne lama,+ 2 maxinoo, maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan makame, akkasumas maxinoo haphii zayitii dibame fidi.+ Wantoota kana daakuu qamadii bullaaʼaa taʼe irraa tolchitee
-