Uumama 9:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, foon lubbuun isaa, jechuunis dhiigni+ isaa keessa jiru hin nyaatinaa.+ Leewwota 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “‘Mana Israaʼel keessaa yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni kam iyyuu dhiiga akkamii iyyuu yoo nyaate,+ ani dhugumaan fuula koo nama* dhiiga nyaatu sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.* Leewwota 17:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba. Keessa Deebii 12:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Haa taʼu malee, dhiigni lubbuu waan taʼeef+ dhiiga akka hin nyaanne murtoo cimaa godhi;+ lubbuu foonichaa wajjin nyaachuu hin qabdu. Hojii Ergamootaa 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu. Hojii Ergamootaa 15:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”
10 “‘Mana Israaʼel keessaa yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni kam iyyuu dhiiga akkamii iyyuu yoo nyaate,+ ani dhugumaan fuula koo nama* dhiiga nyaatu sanatti nan gurraachessa; saba isaa gidduudhaas isa nan balleessa.*
13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.
23 Haa taʼu malee, dhiigni lubbuu waan taʼeef+ dhiiga akka hin nyaanne murtoo cimaa godhi;+ lubbuu foonichaa wajjin nyaachuu hin qabdu.
20 kanaa mannaa, wantoota waaqolii tolfamoodhaan xuraaʼan irraa,+ halalummaa* irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa, akkasumas dhiiga irraa akka fagaatan+ isaaniif haa barreessinu.
29 wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan irraa,+ dhiiga irraa,+ foon horii hudhamee* duʼee irraa,+ akkasumas halalummaa* irraa fagaadhaa.+ Wantoota kana irraa guutummaatti yoo fagaattan gaarii isiniif taʼa. Nagaa wajjin!”