Faarfannaa 141:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa. Fakkeenya 9:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Nama qoostuu taʼeef sirreeffama hin kennin, yoo akkana goote si jibba.+ Nama ogeessaaf sirreeffama kenni, innis si jaallata.+ Maatewos 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “Kana malees, obboleessi kee cubbuu yoo si irratti hojjete dhaqiitii bakka atii fi inni qofti jirtanitti+ dogoggora isaa itti himi.* Yoo si dhagaʼe, obboleessa kee deebistee argatte+ jechuu dha.
5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa.
8 Nama qoostuu taʼeef sirreeffama hin kennin, yoo akkana goote si jibba.+ Nama ogeessaaf sirreeffama kenni, innis si jaallata.+
15 “Kana malees, obboleessi kee cubbuu yoo si irratti hojjete dhaqiitii bakka atii fi inni qofti jirtanitti+ dogoggora isaa itti himi.* Yoo si dhagaʼe, obboleessa kee deebistee argatte+ jechuu dha.