-
Leewwota 18:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Sababiin isaas, namoonni isin dura biyyattii keessa jiraachaa turan wantoota jibbisiisoo taʼan kana hundumaa raawwataniiru;+ kunoo, amma biyyattiin xuroofteetti.
-
-
Keessa Deebii 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ati biyya isaanii dhaalaan fudhachuuf kan seentu qajeelummaa keetiin yookiin qajeelina garaa keetiitiin kan kaʼe miti. Kanaa mannaa, Waaqni kee Yihowaan saboota kana si duraa kan ariʼu hammina isaaniitiin kan kaʼe dha;+ akkasumas kakuu Yihowaan abbootii kee Abrahaam,+ Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif+ kakate raawwachuuf jedhee ti.
-