-
Baʼuu 23:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Waggaa jaʼaaf maasii kee irratti sanyii facaasi; oomisha isaas galfadhu.+ 11 Waggaa torbaffaatti garuu utuu hin qotin dhiisi; lafa haa baʼu; hiyyeeyyiin saba kee gidduutti argaman isa irraa haa nyaatan; wanta isaan irraa hafe immoo bineensonni bosonaa haa nyaatan. Maasii wayinii kee fi muka ejersaa* kee irrattis akkanuma godhi.
-