-
Leewwota 27:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Waggaa Iyyobeeliyyuuttis maasichi namicha inni irraa bitate sanaaf, jechuunis abbaa lafichaatiif ni deebiʼa.+
-
-
Lakkoofsa 36:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Saba Israaʼeliif Iyyobeeliyyuun+ yommuu taʼutti, dhaalli dubartoota kanaa dhaala gosa namoota isaan itti heerumaniitti ni dabalama; akka kanaan dhaalli isaanii dhaala gosa abbootii keenyaa irraa ni fudhatama.”
-
-
Keessa Deebii 15:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Yeroo hundumaa dhuma waggaa torbaffaatti liqii nama irraa qabdu isaaf dhiisi.+
-