Lakkoofsa 35:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelonni dhaala argatan keessaa magaalota Leewwonni keessa jiraatan,+ akkasumas iddoowwan dheedichaa magaalota sanatti marsanii jiran Leewwotaaf akka kennan isaan ajaji.+ Lakkoofsa 35:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Magaalota kana dhaala Israaʼelotaa irraa fuutanii isaaniif kennitu.+ Garee isa guddaa irraa hedduu, garee isa xinnoo irraa immoo xinnoo fuutu.+ Gareen hundi dhaala fudhatee wajjin haala wal gituun magaalota isaa irraa muraasa Leewwotaaf ni kenna.”
2 “Israaʼelonni dhaala argatan keessaa magaalota Leewwonni keessa jiraatan,+ akkasumas iddoowwan dheedichaa magaalota sanatti marsanii jiran Leewwotaaf akka kennan isaan ajaji.+
8 Magaalota kana dhaala Israaʼelotaa irraa fuutanii isaaniif kennitu.+ Garee isa guddaa irraa hedduu, garee isa xinnoo irraa immoo xinnoo fuutu.+ Gareen hundi dhaala fudhatee wajjin haala wal gituun magaalota isaa irraa muraasa Leewwotaaf ni kenna.”