4 Yaa namoota Yihudaa, yaa jiraattota Yerusaalem,
Yihowaadhaaf dhaqna qabadhaa,
Qolofa garaa keessaniis of irraa muraa;+
Taʼuu baannaan garuu gocha keessan isa hamaadhaan kan kaʼe
Dheekkamsi koo akkuma ibiddaatti ni bobaʼa,
Eenyu iyyuus isa dhaamsuu hin dandaʼu.”+