38 Iyyaasuu ilma Nuun isa si fuuldura dhaabbatu+ sanatu gara biyyattiitti gala.+ Israaʼel biyyattii akka dhaalu kan godhu isa waan taʼeef, isa jabeessi.”*+)
3 Waaqni kee Yihowaan si dursee gamatti ni ceʼa; innumti saboota kana si duratti haxaaʼee ni balleessa; atis isaan ni ariita.+ Akkuma Yihowaan dubbatetti, Iyyaasuun geggeessee si ceesisa.+