-
Lakkoofsa 3:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Qehaat irraa kan dhufan maatii Amraamotaa, maatii Yizhaarotaa, maatii Kebroonotaa fi maatii Uuziʼelotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Qehaatotaa turan.+ 28 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe walumaa galatti lakkoofsi isaanii 8,600 ture; itti gaafatamummaan isaanii iddoo qulqulluu kunuunsuu ture.+
-