Leewwota 7:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu akka taʼuufis cooma sana handaraafa isaa wajjin harka isaatiin ni fida;+ achiis asii fi achi sochoosuudhaan Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee ni dhiheessa.+ Lakkoofsa 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kanaafuu, Leewwonni of ni qulqulleessan; uffata isaaniis ni miiccatan;+ sana booda Aaron aarsaa asii fi achi sochoofamu godhee Yihowaa duratti isaan dhiheesse.*+ Achiis Aaron isaan qulqulleessuuf araara isaaniif ni argamsiise.+
30 Aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu akka taʼuufis cooma sana handaraafa isaa wajjin harka isaatiin ni fida;+ achiis asii fi achi sochoosuudhaan Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee ni dhiheessa.+
21 Kanaafuu, Leewwonni of ni qulqulleessan; uffata isaaniis ni miiccatan;+ sana booda Aaron aarsaa asii fi achi sochoofamu godhee Yihowaa duratti isaan dhiheesse.*+ Achiis Aaron isaan qulqulleessuuf araara isaaniif ni argamsiise.+