Baʼuu 38:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Museen miʼawwan godoo qulqulluu, jechuunis miʼawwan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ sanaa akka galmeeffaman ni ajaje; Leewwonnis+ qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa kana ni raawwatan. Lakkoofsa 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Gosa Leewwii+ gara fuulduraatti dhiheessiitii Aaron lubicha dura isaan dhaabbachiisi; isaanis isa ni tajaajilu.+ Lakkoofsa 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Isaan miʼawwan dunkaana walgaʼii hundumaa ni kunuunsu;+ tajaajila godoo qulqulluu ilaallatu raawwachuudhaanis itti gaafatamummaa Israaʼelota ilaalchisee qaban ni raawwatu.+
21 Museen miʼawwan godoo qulqulluu, jechuunis miʼawwan godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu+ sanaa akka galmeeffaman ni ajaje; Leewwonnis+ qajeelfama Itaamaar+ ilma Aaron lubichaa jala taʼanii itti gaafatamummaa kana ni raawwatan.
6 “Gosa Leewwii+ gara fuulduraatti dhiheessiitii Aaron lubicha dura isaan dhaabbachiisi; isaanis isa ni tajaajilu.+
8 Isaan miʼawwan dunkaana walgaʼii hundumaa ni kunuunsu;+ tajaajila godoo qulqulluu ilaallatu raawwachuudhaanis itti gaafatamummaa Israaʼelota ilaalchisee qaban ni raawwatu.+