-
Uumama 46:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis Waaqayyo halkan Israaʼelitti mulʼatee, “Yaaqoob, Yaaqoob!” jedhee isa waame; innis, “Kunoo asan jira!” jedhee deebise.
-
-
Baʼuu 24:9-11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Musee fi Aaron, Naadaabii fi Abihuun, akkasumas jaarsoliin Israaʼel 70ni ol baʼanii 10 Waaqa Israaʼeliin ni argan.+ Miila isaa jalas wanti akka dhagaa afamaa safiroos* fakkaatu jira ture; wanti sun akkuma samii qulqulluu ture.+ 11 Innis geggeessitoota Israaʼel+ kana hin miine; isaanis mulʼata Waaqa dhugaa ni argan, akkasumas ni nyaatan, ni dhuganis.
-